Jireenyaaf deebii ni barbaaddaa?
DHOKSAA
JIREENYA Waaâee waa tokkoo hin dhiphatin; kanaa mannaa waaâee waaan hundumaa Waaqayyoon kadhadhu. Waan barbaadduu mara Waaqayyootti himadhu, kan inni siif godheef immoo isa galateeffadhu. Kana booda nagaa Waaqayyoo argatta, kun immoo hubannaa keenyaan oli. Yommuu ati Yasuus kiristoos keessa jiraattu garaa keetii fi sammuu kee ni toâata. Filiphisiyus 4:6-7
DHUGAA
DHOKSAA
JIREENYA Attamittan nagaa sirrii argadhaa?
DHUGAA
Jireenya kee bara baraa mirkaneeffattee?
Baâaaa ulfaataa jala jirataa?